-
2 Mootota 13:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis, “Karaa bahaatiin foddicha bani” isaan jedhe. Innis foddicha ni bane. Eelsaaʼis, “Futtaasi!” isaan jedhe. Innis ni futtaase. Yeroo kanatti Eelsaaʼi, “Xiyya injifannoo* Yihowaa, xiyya injifannoo* Sooriyaa irratti argamuu! Ati guutummaatti hamma ishii balleessitutti Afeeqitti+ Sooriyaa ni rukutta”* isaan jedhe.
-