1 Saamuʼel 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan. 1 Mootota 20:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Jalqaba waggichaatti* Benhadaad warra Sooriyaa walitti qabee Israaʼelota waraanuuf gara Afeeqitti+ ol baʼe.
29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan.
26 Jalqaba waggichaatti* Benhadaad warra Sooriyaa walitti qabee Israaʼelota waraanuuf gara Afeeqitti+ ol baʼe.