LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 10:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Dhuma irrattis isaan aarsaawwanii fi aarsaawwan gubaman dhiheessuuf ol seenan. Yehuunis namoota isaa 80 warra ala dhaabee ture sanaan, “Namoota ani harka keessanitti dabarsee kenne keessaa tokko illee yoo miliqe, bakka lubbuu isaa lubbuu keessantu iddoo buʼa” jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 12:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Heroodis cimsee barbaadee yommuu isa dhabu, eegdota sana erga qoratee booda geeffamanii akka adabaman ajaje;+ achiis Yihudaadhaa gara Qisaariyaatti gad buʼee yeroo muraasaaf achi ture.

  • Hojii Ergamootaa 16:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Eegduun mana hidhaa sun dammaqee balbaloonni mana hidhaa akka banaman yommuu argu, namoonni hidhaman kan badan waan itti fakkaateef goraadee isaa luqqifatee of ajjeesuuf kaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi