-
1 Saamuʼel 15:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, Saaʼolii fi namoonni sun Agaagiin, akkasumas bushaayee, loon, horii coccoomoo, korbeeyyii hoolaa warra gaggaarii taʼanii fi wanta gaarii taʼe hundumaa utuu hin balleessin dhiisan.*+ Guutummaatti isaan balleessuu hin barbaanne. Meeshaawwan gatii hin qabnee fi hin barbaadamne hundumaa garuu guutummaatti ni balleessan.
-
-
Ermiyaas 48:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namni hojii Yihowaa dhimmee hin raawwanne abaaramaa dha!
Namni goraadee isaa dhiiga dhangalaasuu irraa deebisu abaaramaa dha!
-