2 Saamuʼel 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis geggeessitoota itti gaafatamummaa guddaa qaban* taʼan. 1 Mootota 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre. 1 Seenaa Baraa 27:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.
18 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis geggeessitoota itti gaafatamummaa guddaa qaban* taʼan.
8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre.
5 Ajajaan tuuta sadaffaa jiʼa isa sadaffaatti akka tajaajiluuf ramadame sanaa Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe sanaa ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.