Uumama 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+ Uumama 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+
8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+
10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+