-
2 Mootota 9:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Achiis Bidkaar isa ajajaa raayyaa waraanaa isaa taʼeen akkana jedhe: “Kaasiitii maasii Naabot Yezriʼelichaa keessatti isa gati.+ Yommuu anii fi ati walii wajjin gaarii fardaatiin* abbaa isaa Ahaabiin hordofaa turretti Yihowaan murtii kana akka isa irratti dabarse yaadadhu:+ 26 ‘Yihowaan akkana jedha: “Akkuman kaleessa dhiiga Naabotii fi dhiiga ilmaan isaa ilaale,+ ani maasiidhuma kana irratti dhiiga isaaniitiif si irratti haaloo nan baʼa”+ jedha Yihowaan.’ Kanaafuu, akkuma Yihowaan jedhetti, amma fuudhiitii maasicha keessatti isa gati.”+
-
-
2 Mootota 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akkuma xalayaan sun isaan gaʼeenis, isaan ilmaan mootichaa 70 fuudhanii gorraʼan;+ mataa isaaniis guuboo keessa kaaʼanii Yezriʼelitti isaaf ni ergan.
-