LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 18:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Taʼus Yoshaafaax mootii Israaʼeliin, “Maaloo, jalqaba dubbii Yihowaa gaafadhu” jedhe.+ 5 Kanaafuu, mootiin Israaʼel raajota 400 walitti qabee, “Raamot Giiliyaadiin waraanuuf dhaqu moo dhiisu?” jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Dhaqi; Waaqni dhugaan harka mootichaatti dabarsee ishii ni kenna” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi