LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Daawit, “Magaalota Yihudaa keessaa gara ishii tokkootti ol baʼuu?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yihowaanis, “Ol baʼi” isaan jedhe. Achiis Daawit, “Garam dhaqu?” jedhee gaafate. Innis, “Gara Kebroon+ dhaqi” jedhee isaaf deebise.

  • 1 Mootota 22:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Taʼus Yoshaafaax mootii Israaʼeliin, “Maaloo, jalqaba dubbii Yihowaa+ gaafadhu”+ jedhe. 6 Kanaafuu, mootiin Israaʼel raajota gara 400 taʼan walitti qabee, “Raamot Giiliyaadiin waraanuuf dhaqu moo dhiisu?” jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Dhaqi; Yihowaan harka mootichaatti dabarsee ishii ni kenna” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi