-
1 Saamuʼel 23:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Abiyaataar+ ilmi Ahimelek yommuu gara Qeyilaa gara Daawititti baqatetti efuudii qabatee ture.
-
-
1 Seenaa Baraa 15:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Dabalataanis Daawit luboota kan taʼan Saadoqii+ fi Abiyaataariin,+ akkasumas Leewwota kan taʼan Uuriʼeliin, Asaayaa, Yooʼeliin, Shemaayaa, Eliʼeelii fi Aminaadaabiin ni waame; 12 achiis akkana isaaniin jedhe: “Isin dura buutota manneen abbootii Leewwotaa ti. Isinii fi obboloonni keessan of qulqulleessaa; achiis Taabota Yihowaa Waaqa Israaʼel gara iddoo ani isaaf qopheessetti fidaa.
-