LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Saadoq+ ilmi Ahixuubii fi Ahimelek ilmi Abiyaataar luboota turan; Seraayaan immoo barreessaa ture.

  • 2 Saamuʼel 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Sheewaan barreessaa ture; Saadoqii+ fi Abiyaataar+ immoo luboota turan.

  • 1 Mootota 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre.

  • 1 Mootota 2:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis mootichi bakka Yoʼaab, Benaayaa+ ilma Yehoyaadaa ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; akkasumas mootichi bakka Abiyaataar, Saadoq+ lubicha ni muude.

  • 1 Seenaa Baraa 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ahixuub Saadoqiin+ dhalche; Saadoq Ahimaʼaaziin+ dhalche.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi