-
2 Seenaa Baraa 17:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ilmi isaa Yoshaafaaxis+ bakka isaa mootii taʼe; Israaʼel irrattis aangoo isaa ni cimsate.
-
-
2 Seenaa Baraa 20:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Yoshaafaax Yihudaa irratti bulchuu isaa itti fufe. Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 35 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 25f ni bulche. Maqaan haadha isaa Azuubaa yommuu taʼu, ishiin intala Shilhii turte.+
-