-
1 Mootota 22:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Ahaab mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti Yoshaafaax+ ilmi Aasaa mootii Yihudaa taʼe. 42 Yoshaafaax yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 35 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 25f ni bulche. Maqaan haadha isaa Azuubaa yommuu taʼu, ishiin intala Shilhii turte.
-