-
Keessa Deebii 12:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Aarsaawwan kee warra gubaman naannoowwan gosa kee keessaa bakka Yihowaan filatutti qofa dhiheessi; wanta ani si ajaju hundumaas achitti raawwadhu.+
-