-
2 Saamuʼel 3:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kanaafuu, Yoʼaab Daawit biraa baʼee Abneer duubaan ergamtoota erge; isaanis boolla bishaanii Siiraa biraa deebisanii isa fidan; Daawit garuu waaʼee kanaa homaa hin beeku ture. 27 Abneer yommuu gara Kebroonitti+ deebiʼu, Yoʼaab kophaatti isa haasofsiisuuf gara karra balbalichaatti isa geesse. Haa taʼu malee, Yoʼaab achitti garaa isaa ni waraane; innis ni duʼe;+ kana kan godhes Abneer obboleessa isaa Asaaheliin waan ajjeeseef ture.+
-