-
Leewwota 14:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Dhiigichas namicha isa dhukkuba nadaayii irraa of qulqulleessu sana irratti siʼa torba ni facaasa; achiis namichi qulqulluu akka taʼe ni labsa; simbirroo ishii lubbuudhaan jirtu garuu dirree keessatti gadhiisa.+
-
-
Lakkoofsa 19:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis Eleʼazaar lubichi dhiiga ishii irraa muraasa quba isaatiin fuudhee dhiiga ishii gara kallattii fuuldura dunkaana walgaʼii jirutti siʼa torba ni facaasa.+
-