Luqaas 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Bara Eelsaaʼi raajichaattis namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman hedduun Israaʼel keessa jiru turan; taʼus Naʼamaan isa biyya Sooriyaa+ sana qofa malee, isaan keessaa tokko illee hin fayyine.”* Luqaas 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”* isaan jedhe. Yeruma sanas dhukkubni nadaayii sun isa irraa bade.+
27 Bara Eelsaaʼi raajichaattis namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman hedduun Israaʼel keessa jiru turan; taʼus Naʼamaan isa biyya Sooriyaa+ sana qofa malee, isaan keessaa tokko illee hin fayyine.”*
13 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”* isaan jedhe. Yeruma sanas dhukkubni nadaayii sun isa irraa bade.+