LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan karaa isaa Sooriyaadhaaf injifannoo* waan kenneef, Naʼamaan inni mootii Sooriyaatiif ajajaa raayyaa waraanaa taʼe, nama beekamaa fi gooftaa isaa biratti kabajamu ture. Inni dhukkuba nadaayiitiin* qabamee kan ture taʼus, loltuu jabaa ture.

  • 2 Mootota 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti akkuma namni Waaqa dhugaa sun isatti himetti gad buʼee siʼa torba Yordaanos keessa gad lixe.+ Achiis foon isaa fayyee akka foon mucaa xinnoo taʼe;+ innis qulqulluu ni taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi