-
Baʼuu 4:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yihowaan ammas, “Maaloo, harka kee dachaʼaa uffata keetii keessa kaaʼi” isaan jedhe. Innis harka isaa dachaʼaa uffata isaa keessa ni kaaʼe. Harka isaa achi keessaa yommuu baasus, harki isaa dhukkuba nadaayiitiin rukutamee akkuma cabbii taʼee ture!+
-