-
2 Mootota 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis ilmaan raajotaa Yerikoo keessa turan gara Eelsaaʼitti dhihaatanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?” isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.
-
-
2 Mootota 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis Eelsaaʼi raajichi ilmaan raajotaa keessaa isa tokko waamee akkana isaan jedhe: “Uffata kee ol sassaabii mudhii keetti suuqqadhu; achiis dafiitii qaruuraa zayitii kana fudhadhuutii gara Raamot Giiliyaad+ dhaqi.
-