-
2 Mootota 8:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yooraam ilmi Ahaab mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa 12ffaa isaatti, ilma Yooraam mootii Yihudaa kan taʼe Akaaziyaan mootii ni taʼe.+
-