LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 21:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Gosa Gaad+ keessaa, magaalaa Raamot ishii Giiliyaaditti+ argamtuu fi namni nama ajjeese itti baqatu iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Mahaanaayim+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,

  • 1 Mootota 22:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Waggaa sadaffaattis Yoshaafaax+ mootiin Yihudaa gara mootii Israaʼelitti gad ni buʼe.+ 3 Mootiin Israaʼelis tajaajiltoota isaatiin, “Raamot Giiliyaad+ kan keenya taʼuu ishii beektuu? Nuti garuu mootii Sooriyaa irraa deebisnee fudhachuuf mamaa jirra” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi