LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa+ guutummaa raayyaa waraanaa isaa walitti ni qabe; akkasumas mootota kan biroo 32 fardeenii fi gaariiwwan fardaa isaanii wajjin walitti ni qabe; ol baʼees Samaariyaatti+ marsee+ ishii waraanuu jalqabe.

  • 1 Mootota 20:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Benhadaadis, “Ani magaalota abbaan koo abbaa kee irraa fudhate nan deebisa; akkuma abbaan koo Samaariyaa keessatti godhe, atis Damaasqoo keessatti ofii keetiif gabaa hundeeffachuu* dandeessa” isaan jedhe.

      Ahaabis deebisee, “Akka walii galtee* kanaatti, ani sin gadhiisa” isaan jedhe.

      Akka kanaan inni isaa wajjin walii galtee ni godhe; isas ni gadhiise.

  • 1 Mootota 22:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yeroo kanatti mootiin Sooriyaa, “Mootii Israaʼelii wajjin malee, xinnaas taʼe guddaa eenyu iyyuu wajjin wal hin waraaninaa” jedhee ajajjoota gaarii fardaa+ isaa 32 ajajee ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi