2 Mootota 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa yeroo dhukkubsatee turetti, Eelsaaʼi gara Damaasqoo+ ni dhufe. Kanaafuu namoonni, “Namni Waaqa dhugaa+ sun as dhufeera” jedhanii isatti himan.
7 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa yeroo dhukkubsatee turetti, Eelsaaʼi gara Damaasqoo+ ni dhufe. Kanaafuu namoonni, “Namni Waaqa dhugaa+ sun as dhufeera” jedhanii isatti himan.