1 Mootota 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa+ guutummaa raayyaa waraanaa isaa walitti ni qabe; akkasumas mootota kan biroo 32 fardeenii fi gaariiwwan fardaa isaanii wajjin walitti ni qabe; ol baʼees Samaariyaatti+ marsee+ ishii waraanuu jalqabe. 2 Mootota 6:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sana booda Benhadaad mootiin Sooriyaa guutummaa raayyaa waraanaa* isaa walitti qabee ol baʼuudhaan Samaariyaatti marse.+
20 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa+ guutummaa raayyaa waraanaa isaa walitti ni qabe; akkasumas mootota kan biroo 32 fardeenii fi gaariiwwan fardaa isaanii wajjin walitti ni qabe; ol baʼees Samaariyaatti+ marsee+ ishii waraanuu jalqabe.
24 Sana booda Benhadaad mootiin Sooriyaa guutummaa raayyaa waraanaa* isaa walitti qabee ol baʼuudhaan Samaariyaatti marse.+