LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Isaan hamma dallaawwan dhedheeroonii fi jajjaboon warri ati itti amanamtu jijjiganitti guutummaa biyya kee keessatti magaalota* kee hundumaa keessatti si irratti cufanii sitti marsu. Eeyyee, isaan dhugumaan guutummaa biyya Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti magaalota kee hundumaa keessatti sitti marsu.+

  • 1 Mootota 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Benhadaad+ mootiin Sooriyaa+ guutummaa raayyaa waraanaa isaa walitti ni qabe; akkasumas mootota kan biroo 32 fardeenii fi gaariiwwan fardaa isaanii wajjin walitti ni qabe; ol baʼees Samaariyaatti+ marsee+ ishii waraanuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi