LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+

      Inni humni isaanii akka laafe,

      Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,

      Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+

  • 2 Mootota 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanti namni Waaqa dhugaa sun, “Boru yeroo kanatti karra Samaariyaa irratti garbuun safartuun siihii lama sheeqilii tokkoon, daakuun bullaaʼaan safartuun siihii tokkos sheeqilii tokkoon ni gurgurama”+ jedhee mootichatti dubbates ni raawwatame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi