2 Mootota 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+
11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+