LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yooraam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche.+

  • 2 Seenaa Baraa 21:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo booda ergaan barreeffamaa akkana jedhu Eeliyaas+ raajicha biraa gara isaa ni dhufe: “Yihowaan inni Waaqa Daawit abbaa keetii taʼe akkana jedha: ‘Ati daandiiwwan abbaa kee Yoshaafaax+ irra yookiin daandiiwwan Aasaa+ mootii Yihudaa irra hin deemne.

  • Yohaannis 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi