2 Mootota 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yommuu Yihowaan Eeliyaasiin+ obomboleettiidhaan gara samiitti ol fudhachuuf jedhutti,+ Eeliyaasii fi Eelsaaʼi+ Gilgaal+ keessaa baʼanii deemuu jalqaban. 2 Mootota 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+
2 Yommuu Yihowaan Eeliyaasiin+ obomboleettiidhaan gara samiitti ol fudhachuuf jedhutti,+ Eeliyaasii fi Eelsaaʼi+ Gilgaal+ keessaa baʼanii deemuu jalqaban.
11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+