2 Mootota 4:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Eelsaaʼis yommuu gara Gilgaalitti deebiʼu biyyattii keessa beelli jira ture.+ Ilmaan raajotaas+ isa dura taaʼu turan; innis tajaajilaa+ isaatiin, “Distii guddaa ibidda irra kaaʼiitii ilmaan raajotaatiif ittoo tolchi” jedhe.
38 Eelsaaʼis yommuu gara Gilgaalitti deebiʼu biyyattii keessa beelli jira ture.+ Ilmaan raajotaas+ isa dura taaʼu turan; innis tajaajilaa+ isaatiin, “Distii guddaa ibidda irra kaaʼiitii ilmaan raajotaatiif ittoo tolchi” jedhe.