LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Samiin sii olitti argamu sibiila diimaa, lafti si jalatti argamus sibiila ni taʼa.+ 24 Yihowaanis hamma ati balleeffamtutti bokkaan samii irraa biyya kee irratti roobu daakuu fi awwaara akka taʼu ni godha.

  • 2 Mootota 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Eelsaaʼis dubartii ilma ishii duʼaa kaase+ sanaan, “Yihowaan biyyattii keessatti beelli akka buʼu waan dubbateef, kaʼiitii maatii kee wajjin gara bakka nama biyya ormaa taatee itti jiraachuu dandeessu dhaqiitii achi jiraadhu;+ beelichis waggaa torbaaf biyyattii keessa ni tura” jedhe.

  • Hisqiʼel 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Yaa ilma namaa, biyyi tokko amanamtuu utuu hin taʼin hafuudhaan ana irratti cubbuu yoo hojjette, ani harka koo ishii irratti diriirsee karaa ishiin nyaata itti argattu nan cufa;*+ ishii irratti beela ergees+ namaa fi horii ishii keessaa nan balleessa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi