-
Leewwota 26:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Of tuulummaa keessan isa cimaa nan cabsa; samii keessan akka sibiilaa,+ lafa keessanis akka sibiila diimaa nan godha.
-
-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Keessa Deebii 28:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Samiin sii olitti argamu sibiila diimaa, lafti si jalatti argamus sibiila ni taʼa.+
-