LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Of tuulummaa keessan isa cimaa nan cabsa; samii keessan akka sibiilaa,+ lafa keessanis akka sibiila diimaa nan godha.

  • Keessa Deebii 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Taʼuu baannaan, aariin Yihowaa isin irratti ni bobaʼa; innis bokkaan akka hin roobneef samii ni cufa;+ lafattiinis oomisha ishii hin kennitu; isinis daftanii biyya gaarii Yihowaan isiniif kennu irraa ni balleeffamtu.+

  • 1 Mootota 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi