LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+

  • Keessa Deebii 28:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Samiin sii olitti argamu sibiila diimaa, lafti si jalatti argamus sibiila ni taʼa.+

  • Ermiyaas 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Waaqolii tolfamoo sabootaa warra gatii hin qabne keessaa bokkaa roobsuu kan dandaʼu jiraa?

      Samiiwwan illee ofii isaaniitiin bokkaa roobsuu ni dandaʼuu?

      Waaqa keenya kan taate yaa Yihowaa, kana gochuu kan dandaʼu si qofa mitii?+

      Wantoota kana hundumaa kan raawwate si qofa waan taʼeef,

      Nuti si abdanna.

  • Luqaas 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Fakkeenyaaf, ani dhuguman isiniin jedha, Bara Eeliyaasitti yeroo waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf samiin cufamee guutummaa biyyattiitti beelli guddaan buʼetti,+ dubartoonni abbootiin manaa irraa duʼan hedduun Israaʼel keessa jiru turan.

  • Yaaqoob 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Eliyaas namuma miira akka keenyaa qabu ture; taʼus bokkaan akka hin roobne cimsee yommuu kadhatetti, biyyattii irratti waggaa sadii fi jiʼa jaʼaaf bokkaan hin roobne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi