Keessa Deebii 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Taʼuu baannaan, aariin Yihowaa isin irratti ni bobaʼa; innis bokkaan akka hin roobneef samii ni cufa;+ lafattiinis oomisha ishii hin kennitu; isinis daftanii biyya gaarii Yihowaan isiniif kennu irraa ni balleeffamtu.+ 1 Mootota 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+
17 Taʼuu baannaan, aariin Yihowaa isin irratti ni bobaʼa; innis bokkaan akka hin roobneef samii ni cufa;+ lafattiinis oomisha ishii hin kennitu; isinis daftanii biyya gaarii Yihowaan isiniif kennu irraa ni balleeffamtu.+
17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+