- 
	                        
            
            1 Mootota 15:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Aasaan akkuma abbaa isaa Daawit wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni raawwate.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 14:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Aasaan wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti gaarii fi sirrii taʼe ni raawwate.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 14:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Kanaafuu, iddoowwan ol kaʼoo fi iddoowwan aarsaa ixaanaa magaalota Yihudaa hundumaa keessaa ni balleesse;+ mootummichis bulchiinsa isaa jalatti tasgabbii ni argate.
 
 -