-
2 Saamuʼel 5:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Fiixee tusii baakaa irraa sagalee adeemsa duulaa yommuu dhageessu, Yihowaan raayyaa waraanaa Filisxeemotaa rukutuuf si dura waan baʼeef, gara kuteenyaan tarkaanfii fudhadhu.”
-