2 Mootota 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Guyyaa itti aanutti garuu Hazaaʼel uffata sireetti uwwisan fudhatee bishaan keessa cuuphee fuula isaatti haguugee isa ukkaamse; mootichis ni duʼe.+ Hazaaʼelis bakka isaa mootii taʼe.+
15 Guyyaa itti aanutti garuu Hazaaʼel uffata sireetti uwwisan fudhatee bishaan keessa cuuphee fuula isaatti haguugee isa ukkaamse; mootichis ni duʼe.+ Hazaaʼelis bakka isaa mootii taʼe.+