-
1 Mootota 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 26ffaa isaatti, Eelaan ilmi Baʼaashaa Tirzaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa lamaafis ni bulche.
-
-
1 Mootota 16:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 27ffaa isaatti, Zimriin ol seenee Eelaa rukutee ni ajjeese;+ innis bakka isaa mootii taʼe.
-