4 Achiis Yihowaan akkana isaan jedhe: “Maqaa isaa Yezriʼel jedhii moggaasi; sababiin isaas, ani yeroo muraasa booda dhiiga isaan Yezriʼelitti dhangalaasaniif mana Yehuu+ itti gaafatamaa nan godha; bulchiinsi mootummaa mana Israaʼelis akka hafu nan godha.+