Hoseʼaa 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Iddoowwan ol kaʼoon Beet Aween+ warri Israaʼel cubbuu akka hojjetu+ godhan haxaaʼamanii ni balleeffamu.+ Iddoowwan aarsaa isaanii irratti qoreenii fi sokorruun ni biqila.+ Namoonni gaarotaan, ‘Nu dhoksaa!’ Tabbawwaniinis, ‘Nu irratti jigaa!’ jedhu.+ Amoos 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Beeteliin hin barbaadinaa,+Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+Beetelis ni balleeffamti.* Amoos 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+
8 Iddoowwan ol kaʼoon Beet Aween+ warri Israaʼel cubbuu akka hojjetu+ godhan haxaaʼamanii ni balleeffamu.+ Iddoowwan aarsaa isaanii irratti qoreenii fi sokorruun ni biqila.+ Namoonni gaarotaan, ‘Nu dhoksaa!’ Tabbawwaniinis, ‘Nu irratti jigaa!’ jedhu.+
5 Beeteliin hin barbaadinaa,+Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+Beetelis ni balleeffamti.*
14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+