2 Mootota 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche. 2 Mootota 15:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Shaalum ilmi Yaabeesh isa irratti mariʼatee Yibleʼaamitti+ isa ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe.
8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche.
10 Achiis Shaalum ilmi Yaabeesh isa irratti mariʼatee Yibleʼaamitti+ isa ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe.