2 Mootota 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche. 2 Mootota 15:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Shaalum ilmi Yaabeesh isa irratti mariʼatee Yibleʼaamitti+ isa ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe. Hoseʼaa 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”
8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche.
10 Achiis Shaalum ilmi Yaabeesh isa irratti mariʼatee Yibleʼaamitti+ isa ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe.
16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”