LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 8:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akaaziyaan yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 22 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa tokkoof ni bulche. Maqaan haadha isaa Ataaliyaa+ yeroo taʼu, ishiin intala ilma Omrii*+ isa mootii Israaʼel taʼe sanaa turte.

  • 2 Mootota 11:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isaan Ataaliyaa mana mootichaatti goraadeedhaan waan ajjeesaniif, namoonni biyyattii hundi ni gammadan; magaalattiinis tasgabbii argatte.

  • 2 Seenaa Baraa 21:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yooraam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche.+ 6 Inni intala Ahaab waan fuudheef,+ akkuma warri mana Ahaab godhanitti daandii mootonni Israaʼel irra deeman irra ni deddeebiʼe;+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼes ni raawwate.

  • 2 Seenaa Baraa 24:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilmaan Ataaliyaa+ dubartii hamtuu sanaa, mana Waaqa dhugaa cabsanii seenuudhaan,+ wantoota qulqulluu mana Yihowaa keessa jiran hundumaa waaqeffannaa Baʼaaliif akka itti fayyadaman beekta.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi