LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ataaliyaan+ haati Akaaziyaa ilmi ishii akka duʼe yommuu argitu+ kaatee warra sanyii mootii taʼan hundumaa* balleessite.+

  • 2 Mootota 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ataaliyaanis namoonni yeroo fiigan yommuu dhageessu, yeruma sana gara namoota mana Yihowaatti argaman sanaa dhufte.+

  • 2 Mootota 11:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, isaan ishii ni qaban; ishiinis yommuu bakka fardeen mana mootichaatti+ itti galan bira geessu achitti ni ajjeefamte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi