-
2 Seenaa Baraa 21:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni intala Ahaab waan fuudheef,+ akkuma warri mana Ahaab godhanitti daandii mootonni Israaʼel irra deeman irra ni deddeebiʼe;+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼes ni raawwate. 7 Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo hunda isaa fi ilmaan isaatiif ibsaa akka kennu waadaa galee waan tureef,+ kakuu Daawitii wajjin galeef jedhee mana Daawit balleessuu hin barbaanne.+
-