Uumama 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+ 2 Saamuʼel 7:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+
10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+
16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+