LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Mootii taʼee akkuma teessoo irra taaʼeenis guutummaa mana Baʼaashaa ni fixe. Firoottan isaa* keessaas taʼe michoota isaa keessaa dhiira* tokko illee hin hambisne. 12 Akka kanaan, akkuma Yihowaan karaa Yehuu raajichaa+ mana Baʼaashaa irratti dubbatetti Zimriin guutummaa mana Baʼaashaa ni balleesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi