LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti dubbiin Yihowaan Baʼaashaa irratti akkana jechuudhaan dubbate gara Yehuu+ ilma Hanaanii+ ni dhufe: 2 “Ani awwaara irraa si kaasee saba koo Israaʼel irratti geggeessaa akka taatu sin godhe;+ ati garuu daandii Yeroboʼaam irra deemuu kee itti fufteetta; sabni koo Israaʼelis cubbuu akka hojjetu gooteetta; isaanis cubbuu isaaniitiin na dheekkamsiisan.+ 3 Kanaafuu, ani Baʼaashaa fi mana isaa haxaaʼee nan balleessa; mana isaas akka mana Yeroboʼaam+ ilma Nebaat nan godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi